SBS Afaan Oromoo Podcast By SBS cover art

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

By: SBS
Listen for free

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politics & Government
Episodes
  • Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts
    Mar 25 2026
    SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala guddaa qabduun bara 2016 badhaasa Order of Australia badhaafamteetti.
    Show more Show less
    10 mins
  • #106 Mmm or Hmm? Trying new and unusual food - #106 Nyaata haaraa ykn nyaattanii hin beekne yaaluu
    Mar 25 2026
    Learn useful English for talking about unusual or strong flavours. Practise everyday phrases for reacting to new foods, sharing opinions, and encouraging someone to try something new. - Waa'ee nyaata nyaattanii hin beeknee ykn kan mi'aawinni isaa addaa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii hedduu barattu. maqaa nyaata haaraa irraa dubbachuu, yaada wal jijjiiruun jechoota haaraa shaakalaa, akkasumas kaan waan haarawa yaalan jajjabeessaa.
    Show more Show less
    9 mins
  • Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties
    Mar 18 2026
    Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.
    Show more Show less
    8 mins
No reviews yet